Galanni Kan Rabbiiti Posted byMTJara February 13, 2021 Leave a comment on Galanni Kan Rabbiiti Lafa dhugaan hin jirretti namaan falmuuf yeroo hin qabnu. Obsa fi waa barachurrattii jabaachudha falli jiru. Rabbiif malee namaaf bakka hin qabu. Insha Allah gaaf tokko dubbuchuudha jirra hunda. Rabbi nama hin gatu. dhugaanis awwaalamee hin hafu. Published by MTJara Passionate Newbie Blogger from Eddo, Dodola, West Arsi, Oromia, Ethiopia View more posts