Yaa ilmaan Saba kiyyaa gara tokkummatti wal waama. Tokkummaa labasa labsii dabarsaa! Akka nama Oromoo tokko tti yeroo hunda kan na yaachisu wal dhagahu dadhabuu keennaa fi nama humna qabneef humna taane Ofiin wal gabroomsuudha. Tokkumma yoo isiniin jedhu gabroomfata osoo argitan gad jedhaa fi miti ofii keessani wal hambifadha, waliif quuqama jechuufi malee! Oromiyaa […]
Monthly Archives: February 2021
Galanni Kan Rabbiiti
Odeesituu Baraa
Irri kee midhaaga Keessi kee waan biraa Isa hundaan firaa Yaa dubbi micciiraa Yeroo ammaa kana odeessitun lakkoofsan heddumaata jirti. Namni Kijibu duraan nama hundaan jibbama amma garuu martuu akka waan kijiba aada godhatee namatti fakkaata. Dubbiin tun akkam jechuun hafe jira waan dhagahee ykn “online” tti arge hafarsuu malee dursa addaan baafachuuf yeroo hin […]
Nama hin miidhina!
Nama miidhun cubbuudha! Yoomillee taanan namaaf waanuma gaarii yaadudha. Namni waanuma facaafate haamata. Barri keessa jirru kun bars hojiin kamuu harka irratti Galata namaaf deephu. Raajidha kun! Martuu waanuma facaafatan haamachutti jirani. Kumaatama yeroodhaf sobuun salphaadha cubbuun garuu Galata deebisuuf oolte hin bultu